top of page
Search

Muudamaa Ministeer Deetoota

  • Writer: Badhaadhina Aanaa Ciroo
    Badhaadhina Aanaa Ciroo
  • Oct 10, 2021
  • 3 min read

Ministir Deetootaf Mummichii Ministeera Dr. Abiy Ahmad muudama laatan!


Muudamtoota kessaayis morkattoonni siyaasa gara miseensoota hoggansaatti kan makamaan yoo ta’u, Paartii Innaat irraa aadde Tiruumaar Abbaataa ministirr deettaa ministeera Pilaanii fi misoomaa akkasumas paartii walabummaa fi tokkummaarraa aadde Naabiyaa Mahaammad Ministir deettaan Ministeea Hojii fi Kalaqaa taasisuun muudaniiru.


1.Ministeera Dhimma Alaa

Ambaasaaddar Redwaan Huseen- damee dhimmoota dippiloomaasii siyaasaa fi diinagdeetti Ministir deetaa


Aadde Birtukaan Ayyaanoo- damee bulchiinsa qabeenyaa fi tajaajilaatti Ministir deetaa


2.Ministeera Maallaqaa


Dooktar Iyyoob Takkaaliny- damee dhimmoota Fisikaalaatti Ministirr deetaa


Aadde Saamritaa Saawaasaw- damee tumsa diinagdeetti

Ministir deetaa


3.Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa


Dooktar Ahimad Mahaamad- damee Koniistiraakshiniitti Ministir deetaa


4. Ministeera Qonnaa


Dooktar Mallasaa Mokkoonnin- damee qonnaa fi hortikaalchariitti Ministir deetaa


Dooktar Fiqruu Raggasaa-damee misooma beelladaa fi qabeenya qurxummiitti ministir deetaa


Proofeeser Iyaasuu Eliyaas-damee qabeenya umamaatti Ministir deetaa


Dooktar Soofiyaa kaasaa-damee qonnaa fi invastimantiitti Ministir deetaa


5. Ministeera Nageenyaa


Obbo Taayyee Danda’aa- Ministir deetaa Ministeera nageenyaa


Dooktar Siyyuum Masfiin- Ministir deetaa Ministeera nageenyaa


6.Ministeera Haqaa


Obbo Alamantee Aggidaaw-damee seeraa mootummaa fi tajaajila haqaatti Ministir deetaa


Obbo Fiqaaduu Tsaggaa-damee abbaa alangaa waliigalaatti Ministir deetaa


7.Ministeera daldalaa fi hariiroo naannolee


Obbo Daangee Boruu-damee hariiroo daldalaa fi daldalaa alaatti Ministir deetaa


Obbo Hasaan Mahaammad-damee sirna daldalaa fi laayisensiitti Ministir deetaa


Obbo Indaalaaw Mokkoonnin-damee mirkaneessa bu’uralee misoomaatti Ministir deetaa


8. Ministeera Indaastirii


Obbo Shisammaa G/Sillaasee-damee bu’uraalee misoomaa fi bittaatti Ministir deetaa


Obbo Taarraqeeny Bulbultaa-damee guddinaa fi dorgomtummaatti Ministir deetaa


9.Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii


Dooktar Baayyisaa Badhaadhaa-damee qorannoo fi innooveeshiniitti Ministir deetaa


Aadde Huriyaa Alii- damee diinagdee ayiitii fi diijitaalaatti Ministir deetaa


10. Ministeera Bishaanii fi Jallisii


Dooktar Abrihaa Addunyaa-damee bulchiinsa qabeenyaa bishaaniitti Ministir deetaa


Dooktar Injiinaar Nagaash Waaqshaaw- damee saaniteeshinii bishaan dhugaatiitti Ministir deetaa


Dooktar Injiinaar Sulxaan Waalii-damee misooma inarjiitti Ministir deetaa


11.Ministeera magaalaa fi bu’uaaraalee misoomaa


Obbo Faantaa Dajaan- damee bulchiinsa magaalaa fi kenniinsa tajaajilaatti Ministir deetaa


Obbo Heenook Warquu- damee manneenii fi misooma magaalaatti Ministir deetaa


Obbo Kaaliid Abdurraahimaan-damee bu’uraalee misoomaatti Ministirr deetaa


12.Ministeera Albuudaa


Obbo Miiliyoon Maatiyoos- damee to’annoo misoomaa boba’aa fi albuudaatti Ministir deetaa


Obbo Tomaas Tuut-damee qorannoo Ji’oo fi saayinsiitti Ministir deetaa


13. Ministeera Fayyaa


Dooktar Darajjee Dhugumaa- damee tajaajilaa fi sagantaatti Ministir deetaa


Aadde Sahaarillaa Abdullaahii - damee Bulchiinsa qabeenyaa fi galteewwaniitti Ministir deetaa


Dooktar Ayyalaa Tashoomaa - damee ijaarsa dandeettiitti Ministir deetaa


14.Ministeera Barnootaa


Dooktar Saamu’eel Kiflee- damee misooma barnoota olaanootti Ministir deetaa


Dooktar Faantaa Maandafroo - damee Barnoota waliigalaatti Ministir deetaa


15. Ministeera Geejjibaa fi Loojistikii


Obbo Kaasahuun Gofee - damee bu’uuraalee misoomaatti Ministir deetaa


Obbo Bare’oo Hasen Bare’oo – damee tajaajilaa fi to’annootti Ministir deetaa


16.Ministeeraa Tuuriizimii


Obbo Silashii Girmaa- damee ga’umsa tuurizimii fi bu’uuraalee misoomaatti Ministir deetaa


Aadde Salaamaawwit Daawwit- damee beeksisa tuurisimii fi Bittaatti Ministir deetaa


17. Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa


Aadde Ayyalech Isheetee- damee dhimma hawaasummaatti Ministir deetaa


Aadde Alamituu Umad- damee dhimma dubartootaa fi daa’immaniitti Ministir deetaa

Aadde Munaa Ahimad- damee dhimma dargaggootaatti Ministir deetaa


18. Ministeera Galiiwwanii


Obbo Tasfaayee Tulluu- damee sirna taaksiitti Ministir deetaa

Aadde Masarat Masqalee- damee opreeshinii taaksiitti Ministir deetaa


19. Ministeera Pilaanii fi Misoomaa


Aadde Xiruumaar Abaataa- damee hordoffii fi gamaggamaatti Ministir deetaa


Dooktar Namarraa Maammoo – damee pilaanii istaatiksii fi imaammataatti Ministir deetaa


20. Ministeera hojii fi Kalaqaa


Dooktar Bakar Shaallee- damee ogummaa fi teekinikaatti Ministir deetaa


Obbo Asaggid Geetaachoo- damee dhimma hojjetaatti Ministir deetaa


Obbo Nugusuu Xilaahuun- damee hojii , bobbii hojii fi gabaatti Ministir deetaa


Aadde Nabiyaa Mahaammad- gorsituu Ministir deetaa


21.Ministeera Jallisii fi naannolee Gammoojjii


Dooktar Indriyaas Geetaa- damee qorannoo fi misooma naannolee gammoojjiitti Ministir deetaa


Dooktar Biraanuu Leenjisoo- damee proojektii misooma jallisiitti Ministir deetaa


22. Ministeera Aadaa fi Ispoortii


Aadde Warqinash Birruu- damee misooma aadaa fi afaaniitti Ministir deetaa


Aadde Naafisaa Almaahiid- damee misooma kalaqa ogummaa aartiitti Ministir deetaa


Ambaasaaddar Masfin Charinnat- damee misooma Ispoortiitti Ministir deetaa


23.Waajjira Muummee Ministeeraa


Obbo Tasfaayee Dhaabaa- damee dhimma kaabineetti Ministir deetaa


Aadde Alamtsahaay Phaawuloos- damee to’annoo tajaajilaa fi bulchiinsa gaariitti Ministir deetaa


Obbo Warquu Guwaangul-damee hordoffii proojektiiwwan biyyaalessaatti Ministir deetaa


24 . Ministeera Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa


Obbo Kabbadaa Deessisaa- Ministir deetaa


Aadde Salaamaawwit Kaasaa- Ministir deetaa

25 .Komishinii naamuusaa fi farra malaammaltummaa


Dooktar Saamu’eel Hurqaatoo- Koomishinara


26 .Komishinii Siivil Sarvisii


Dooktar Makuriyaa Hayilee- Koomishinara


Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;


Teelegraama https://t.me/chiroworedapp

Marsariitii https://chiroworedapp.wixsite.com/chiroprosperity


Twiitara https://twitter.com/chiroworedapp nu hordofa




 
 
 

Comments


Post: Blog2_Post
  • Facebook
  • Twitter

©2021 by Chiro Prosperity. Proudly created with Wix.com

bottom of page